Download Seenaa Ummata Oromoo Pdf Free Software
“It has been a long time that we’ve posted the last part on the history of oromo. Accordingly we’ve understand that writing part 5 may dismantle the sequence of the history. Thus after today for five days we will post the history from part one which has been posted before.” ======——========= ====== Seenaa Qarominaa fi Gudina Motummaa Oromo Yejjuu.
Jun 2, 2018 - Download Seenaa Ummata Oromoo Pdf Free Software Download. Click here to download and view the program. Trinity blood opening mp3 download youtube. Announcing the 2018 OSA.
(1769-1855) ~~~~~~~~~~~~~~~ ÷÷÷ Umannii Walloo damee Oromoo Baarentuummaa kan gosa karrayyuutti ramadamu dhaa. Karrayyunis gosa hangaafaa kan barentuu yommu ta’u damee Boranaa kan gara baahaattii qubate ta’u isaa barrulen ni addessu. Gosti Karrayyu damee gurguddaa Baasoofi Dullachatti qodama. Damee dullachaa kessaas Libanifi Wallo ni argamuu. Liban gara kaaba gondoritti yommu qubatu Walloo immoo naannoo amma wallo jedhamee bekamutti qubata. Gostii Ummata Oromo kan Walloo bakka gurguddaa lamattii kan qodamu yommuu ta’u innis Afree fi Sadacha jedhamun kan bekkamu dha. Gosa Afree kan ummata Walloo Oromo jala balbalonni Warra Qaalluu, Laga Hidhaa, fi Laga Amboo kan argaman yommu ta’u Gosa Sadachaa kessatti immoo Warra Heebanoo, Warra Iluu fi Warrii Baabboo kan argamanidhaa.
Oromoo Wallo gara kaabaattii qubatan kessaa Raayyafi Yeejjun Gosa gurguddaa ta’u isaanii barulen ni addessu. Yejju maqaa biyyaafkenamee ta’u isaas akkasumas oromon achi qubatan afran Yejju Doraanii Boqojji, Warra Kaaloo, Warra Ruufoo Roobaafii Iguu jedhamani bekkamuu.
Garaa garummaafii tokkummaa Walloo, Yejju fi Rayyaa ilaalchisee qorannon gadi fagenyaan gagefamee bakka hinjirrettii, barreitonni seenaa warra kaaba itiyophiyaa (the Christian highland kingdom historians) Oromo gaafii abbaa biyyumaa dhowudhaaf seenaa ummata kanaa ballesani barresun isaanii barrulen adda addaa ni addessu. Warri kun seenaa Oromoo akka waligalaattii ballessani barresun isaanii wanuma bekkamu ta’e shira isaanii kanaan akkaan midhamee enyummaa isaayuu akka dagatamu godhmudhaan akka ummata Yejjufi Rayya kan gahu hin jiruu. Nutis seenaa ummata kanaa yadatamuu waan qabuf barulee adda addaa irraa walitti qabudhaan guyyaa har’a irraa egalee gabaabsudhaan isinif dhihessu yaalla. Seenaan dagatamee bakka hin yaadatamnetti qarominnis tae tokkumman dhugaadhaan dhufu hinjiru. Ittii fufaa Barreffama kanaaf Jal Hasen Hassen ittii gaafatamummaa gutu ni fudhatani.
—->>Kitaabota wabii ta’an.
Seenaa Ummata Oromoo Gababbinaan Oromoon saba Afrikaa keessa jiraatu, kan Itoophiyaa keessaa fi haga xiqqoo immoo ummata Keeniyaa fi Somaaliyaa keessatti argamu dha. Sabni Oromoo saba Itoophiyaa keessatti baay’ina ummataan tokkoffaa irra jiru. Akka Qo’annoo bara 1994 (akka dhaha Giriigooriyaanitti) baay’nni ummata Oromoo dhibbantaa ummata Itoophiyaa 32.1% qabata. Har’a baayyini ummata Oromoo miliyoona 40 oli dha. Afaan dubbatamus Afaan Oromoo jedhama.Afaan oromoo afaan Hawusaafi Arabiiffaati anee sadarkaa sadaffaarraati argama. Ummatni Oromoo ummata afaan kushi dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa tokko dha.
Ummatni Oromoo kaabaan hanga Tigraay, kibbaan hanga Keeniyaa faffaca’ee argama. Gaanfa Afrikaa keessa Oromoon saba kushii dubbatu guddicha dha. Akkaataan lafa, aadaa fi afaan isaa Oromoo Afrikaa keessa dabre immoo addunyaa keessatti akka beekamtu isa godheera. Qo’annoon jiru akka ibsutti Oromoon ganna kumaa ol Afrikaa Bahaa keessa akka jiraate amanama (Prouty at al, 1981).
Oromoo Saba “Pastoralist/nomadic” fi “semi-agriculturalist” jedhaman keessaa akka dhufe amanama. Jaarraa 16 keessatti eega mootummaan Habashaa fi Sulxaanetii Adaal wal hadhanii lachuu dadhabanii dhiisanii booda, ummanni Oromoo gara Kaabaatti (kaaba Oromiyaa ammaatti)babal’atan. Abbaan amantii “Baahiree” jedhamu akka bara 1593tti barreessetti jajjabeenya Oromoon yeroo sunitti qabu cimaa akka ture ibseera. Bahrey itti aanee Oromoon akka gara kaaba-dhihaatti gara Arsii, Shawaa, Wallagga fi Goojjam akkasumas gara kaaba-bahaan gara Harargee fi Walloo akka fafaca’e ibseera. Marcus akka jedhetti kaabi-dhihaa Boorana akka bakki Oromoon duran qubate akka ta’e ibseera. Jaarraa 17 jalqabee Oromoon Amaara irraa gargar bahuu jalqaban. Haa ta’u malee, Oromoon bulchiinsa Itoophiyaa bara suni keessatti bakka argachuu jalqabde.
Keessattuu Emperor Iyoas 1ffaan (1730-55) Oromoota saba haadha isaa ta’an ofitti dhiheessuu jalqabe. Akkasumas waltajjii Gondar keessatti Afaan Oromoo akka dubbatamu taasise. Bara “Zemene Mesafinti” keessatti dhaloota Oromoo kan ta’an Yejjuun bara dheeraaf waraanaan Imperoota Itoophiyaa dursaa turan. Akkasumas Begemder, Enderases jalatti qoodamuu jalqaban. Yejjuunis Raas Alii 1ffaa jala bulaa ture, haa ta’u malee, bara dheeraan duuba Tewodiroos 1ffaan Raas Alii 1ffaa injifate. Ta’us, ammallee Impereronni Itoophiyaa waan dadhabaniif waraanni Yejjuu Itoophiyaa keessaa tokkoffaa ture. Oromoonni bara sunnitti beekkamoo turan keessaa 1.